Qubee Oromiffaa : Qubee Oromiffaa Qube guddaa: A B C D E F G H I J K L M N O P Q R S T U V W X Y Z
Qubee dachaa (cimdii): Ch, Dh, Ny, Ph, Sh, ZH, KH
Qube xiqqaa: a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z
Qubee dachaa (cimdii): ch, dh, ny, ph, sh, zh, kh
Qube Dubbachiisaa : Qube Dubbachiisaa Qube dubbachiiftuu kan jedhaman:
A, E, I, O, U (qubee gurguddaa)
a, e, i, o, u (qubee xixiqqaa)
Qubee Dubbifamaa : Qubee Dubbifamaa B C D F G H J K L M N P Q R S T V W X
Y Z
b c d f g h j k l m n p q r s t v w x y z
Dubbisaa Dheeraa fi Gabaabaa : Dubbisaa Dheeraa fi Gabaabaa Dheeraa: baaduu, laafaa, baala, gaadii, gaara
Gababaa: badu, baduu, lafa, balbala, gadi, gara.
Dubbifamaa laafaa fi Jabaa : Dubbifamaa laafaa fi Jabaa laafaa: bobaa, bobahaa, lolu, hatu, hatuu, dhawe
Jabaa: bobbaa, lolluu, hattu, hattuu, dhoowwe